#Qissaa gaala boo'ee Rasuula Rabbiitti himatee miidhaa isaa 🐪🐪🐪🐪🐫🐫🐫🐪😥👇😥👇😥👇😥👇👇👇👇👇👇
#Gaalli kun maaliif boo'aa??Seenaa kana dubbistee yoo fixxe dhugaatti musliima yoo taate imimmaan danddeessee hin qabattu seenaa akkaan nama boochiftu share godhi sababaa keetiin namnii beellada miidhaa jiru akka gorfamuuf
السلام عليكم ورحمة الله تعالى وبركاته
قصة شكوة الإبل الى رسول الله
Qissaa gaala boo'ee rasuulatti himatee miidhaa isaa 🐪🐪🐪🐪🐫🐫🐫🐪🐪🐪
فدخل رسول الله صلى الله عليه وسلم يوماً حائطاً من حيطان الأنصار
Ergamaan rabbii 𝐒𝐀𝐖ﷺ gaaf tokko haajaa isaaniitiif gara dallaawa warra ansaarota madiinaa ol seenan hogga rasuulli dallaawa timiraatti guutummaa guutuutti seenanu
فإذا جمل قد أتاه
Kunoo gaala tokko deemaa imimmaan lolaafataa rasuula keenyatti dhufe
ردد صوته في حنجرته
Sagalee isaa koroorimaa (qokkee) isaa keessatti deddeebisaa rakkina isaa itti himachuuf fiigaa gara rasuulaatti dhufe rasuulaan wal argee gaalli
وذرفت عيناه
IJA isaa keessaa imimmaan dhangalaafataa akkas jedheen gaalli rasuulaan 🐪🐪🐪🐪🐪 kunoo namichi kun bishaanillee naafin Kennu nyaatallee naafin kennu geejjiba isaa qofaan na miidhaa jira an qoonqoon (beelli). Na ajjeesaa jira yaa rasuula rabbii jedheen gaalli morma ofii morma rasuulaa irra kaa'atee
: فلما رأى النبي صلى الله عليه وسلم حنَ وذرفت عيناه فمسح رسول الله صلى الله عليه و سلم
Hogguu الجمل؟ 🐪🐪
jedhee itti himatu rasuullis boohanii. Obsi obsi rakkina kee dhaqeetin itti siif himaa jedhanii ija gaalaa irraa imimmaan Haqanii gaalli ogguu rasuulli obsi jedhan akka ijoolleen daa'imaa boossee suuta suutaan boo'cha dhiiftutti imimmaan isaa dhaabbate daddafanii rasuulli ofirra deebi'an
من صاحب هذا الجمل؟ 🐪🐪
Abbaan gaala kanaa eenyu dafaa natti kottaa jedhan rasuulli rabbii 𝐒𝐀𝐖ﷺ
فجاء فتى من الأنصار فقال: هو لي يا رسول الله
Gurbaan dardaraa tokko kan warra madiinaa irraa ta'e fiigaa rasuulatti dhufee yaa rasuula rabbii kooti jedheen
فقال: أما تتقي الله في هذه البهيمة التي ملككها الله، إنه شكا إلي أنك تجيعه وتدئبه -
Achiin rasuulli akkas jedhaniin ati rabbiin hin sodaattuu beellada rabbiin harka kee keessa kaa'ee maaliif beelaan qixaaxxa? amma natti himatee ka'ee akka ati beelaan isa miidhaa geejjibaaf oolfattu agabuun osoo jiiruu isa fe'attee bakka haajaa keetii ittiin deemmattu akkas jechuun natti himatee ka'ee jedhaniin rasuulli sallallaahu aalayihi wassallam
Beellada afaan hin qabne miidhuu irra nama miidhuutu irra caala 😥😥😥😥👇👇👇👇👇👇👇
jzk #Galatoomaa ✏️✏️✏️👇👇👇👇👇😥

0 Comments